Mootummaan hoggantoota TPLF olaanoof harka akka kennatan waamicha taasise
Namootni yakka olaanaa gareen TPLF raawwate keessaatti qooda qabaniifi ajajni qabamuu mana murtii irratti ba’e akkanumas hoggantoonni olaanoon waraanaa fi
Read moreNamootni yakka olaanaa gareen TPLF raawwate keessaatti qooda qabaniifi ajajni qabamuu mana murtii irratti ba’e akkanumas hoggantoonni olaanoon waraanaa fi
Read moreFinfinnee, Bitootessa 8, 2013 ( Yeroo ) – Hooggansa Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) jiddutti ji’oota saddeet dura woli-dhabdeen uumamuun ni
Read moreFinfinnee,Bitootessa 04/2013 ( Yeroo ) Itoophiyatti guyyaa har’aa Talaalliin COVID-19 Magaala Finfinnee dabalatee magaalota biyyattii hedduu keessatti kennamaa ooleera. Ministirri
Read moreFakkii: Lammileen Itiyophiyaa fi Eertiraa magaala New York fi DC keessatti mootummaa isaanii deeggaranii, duula “oduu sobaa” waa’ee Tigraayii fi
Read moreAggaammii Sanbata Xiqqaa darbe galgala keessa hidhattoonni Horro-Guduruu Wollaggaa aanaa Abe-Dongoroo ganda Daabis keessatti raawwataniin namootni nagayaa 22 ajjeefamuu bulchaan
Read moreFinfinnee, Gurraandhala 24/2013 (Yeroo) Koongiresiin Federaalistii Oromoo Filannoo Biyyaalessaa bara kanaarratti akka hin hirmaanne itti-gaafatamaan Waajjira Paartichaa Obbo Xirunee Gamtaa
Read moreFinfinnee, Gurraandhala 21/2013 ( Yeroo ) Rakkoon hooggansa ABO jiddutti uumame ammas furmaata hin arganne- Obbo Qajeelaa Mardaasaa Itti-gaafatamaa Sab-qunnamtii
Read moreFinfinnee,Gurraandhala,19/2013 ( Yeroo ) Aministii Internaashinaal ragaalee Woraanni Eertiraa Naannoo Tigraay Magaala Aksuum keessatti namoota nagayaa keessumattuu dargaggoota dhibbaatamaan lakkaa’aman
Read moreFinfinnee,Gurraandhala 17/2013 ( Yeroo ) BBC fi Rooyitarsi dabalatee dhaabbileen miidiyaa idil-addunyaa 7 Naannoo Tigraay seenanii akka gabaasaniif hayyamamuu Waajjirri
Read moreFinfinnee, Gurraandhala 15/2013 ( Yeroo) Mirga Naannoo of-danda’e ta’uu argachuuf woggoota digdamaa oliif qabsaa’aa kan ture Godinni Sidaamaa rifireendamii xumura
Read more