Fakki — “Abbichuu si wallin jirra”

Fakkii: Lammileen Itiyophiyaa fi Eertiraa magaala New York fi DC keessatti mootummaa isaanii deeggaranii, duula “oduu sobaa” waa’ee Tigraayii fi qajeelcha dhimmaa alaa US yeroo morman

Hiriirri mormii magaala New York Goobana M. Sarbeessaatiin kan qindeeffame yoo ta’u, kan Washington DC immoo Ne’aamiin Zeleqeetiin Jatoo qindeeffame. (Namoonni kun lachuu sabaan Oromoo dha.)

Hiriirri mormii kun Mootummaa Gamtooman (UN) Itiyophiyaa keessatti akka diimookraasii deeggaruu fi gara lubbu deebi’uu TPLF akka mormu gaafataniiru.

Washington D.C.

DC

New York

New York City
Bereket Galataa (dhalataa Shawaa Oromiyaa kan ta’e) fakkii kana New York irraa erge
Australia


Belgium

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *