Skip to content
Friday, May 9, 2025
Latest:
  • In Depth: Resolving OLA-Ethiopia conflict
  • OPINION: How can Citizens pursue Peace-building in Ethiopia?
  • Why Ethiopian Gospel Believers’ Churches Council Didn’t Work, and a Way Forward – Opinion
  • Yeroo-TV Oduu Afan Oromo
  • VIDEO: Oduu YerooTV Afaan Oromoo
YEROO

YEROO

  • ODUU
  • Oromia
  • Ethiopia
  • World
  • YerooTV
  • Politics
  • ARTS
  • Business
  • Opinion
  • Sports
  • About US

Oromia

Latest ODUU Oromia 

Ogeessi seeraa fi abukaatoo Abduljabbaar Huseen magaalaa Adaamaatti lubbuun isaa darbuun himame

August 12, 2021August 12, 2021 Yeroo 0 Comments

Hagayya 4: Yeroo Fiinfinne Qondaalli olaanaa magaalaa Adaamaa BBC’n dubbise duuni isaa qoratamaa akka jiruufi namoonni bakka kufee argame jedhanitti

Read more
ARTS Latest ODUU Oromia 

Albamni Haacaaluu Hundeessaa Wixata dhufu akka gadhiifamu maatiin himan

June 26, 2021June 26, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Waxabajjii 18/2013 ( Yeroo ) Albamni Haacaaluu Hundeessaa mata-duree ‘’Maal Mallisaa’’ jedhu qabu kun Wiixata dhufu ummataaf akka gad lakkifamu

Read more
Latest ODUU Oromia 

Woraanni Eertiiriyaa tokkollee Oromiyaa keessa hin jiru-qondaaltota M/N/Oromiyaa

June 10, 2021June 10, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Waxabajjii 02/2013 ( Yeroo  ) Dubbiin woraanni Eertiiriyaa Naannoo Oromiyaa keessa sosocho’aa jira jechuun miidiyaaleen tokko tokko odeessaa jiran soba

Read more
Latest ODUU Oromia 

Kijiba Keelloo Miidiyaatiin gadduusaanii Hayyootni ibsaa jiru

June 2, 2021June 10, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa 25/2013 ( Yeroo ) – Miidiyaan Keelloo jechuun of waamu Wixata darbe dubbii sobaa “ Muummeen Ministiraa Dr Abiy

Read more
Latest ODUU Oromia 

Jawaarfaan kana booda mana murtiitti akka hin dhiyaanne murteessuusaanii beeksisan.

May 28, 2021May 28, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa,18/2013 ( Yeroo ) :- Har’aa kaasee fedhii isaaniitiin mana murtiitti dhiyaachuu dhiisuuf murteessuusaanii  Jawaar Mahaammadiifi worreen galmee isaa jalatti

Read more
Latest ODUU Oromia 

Qu’annaan Yeroo Wolfalmii Filannoo Cimaa Agarsiisa

May 25, 2021May 25, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinne (Yeroo) – Qorannoo xiqqaa midiyaan Yeroo magaala guddoo Iyoophiyaa Finfinneetti hojjate wolfalmii cimaa paartile morkitootaa fi paartii bulchu  gidduu

Read more
Latest ODUU Oromia Politics 

Godinaalee Wallaggaatti Galmeen filattootaa xumuramuun ibsame

May 23, 2021May 23, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (Yeroo ) – Sababa rakkoo nageenyaatiin booddeetti hafee kan eegalame galmeen filattootaa Godinaalee Wallaggaa Arfanitti gaggeeffamaa

Read more
Latest ODUU Oromia 

Eega magaalaa keessa naannessaniin booda nu afotti ajjeesan-jiraattota Dambiidoolloo

May 13, 2021May 13, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa 04/2013 ( Yeroo )- Dargaggeessi Amaanu’eel Wondimmuu jedhamuufi jiraataa Godina Qeellam Wallaggaa Magaala Dambiidoolloo ta’e gaafa dheengaddaa harki isaa

Read more
News ODUU Oromia 

Gaazexeessaa Sisaay Fidaa ajjeefame

May 11, 2021May 11, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 ( Yeroo )-  Gaazexeessaa Sisaay Fidaa humna Shaneen ajjeefamuutu ibsame. Gaazexeessaan OBN Sisaay Fidaa Humna  Shaneen

Read more
Ethiopia FEATURED Latest ODUU Oromia 

Walii Galtee Biyyaalessaarraa Baqachuun rakkoo Biyyattii Wal-Xaxaa Taasisaa Jira- KFO

April 29, 2021April 29, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Ebla,21/2013 ( Yeroo ) Kongiresiin Federaalawaa Oromoo (KFOn ) Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa kennee jira. Walii

Read more
  • ← Previous
  • Next →

Sports

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd
FEATURED Latest Sports 

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd

September 26, 2021September 26, 2021 Yeroo 0

Oromia native Guye Adola won the 2021 Men’s Berlin Marathon for Ethiopia on Sunday. He finished the 42.195 kilometres (26.2

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase
ODUU Oromia Sports 

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase

February 13, 2021February 13, 2021 Yeroo 0
Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion
FEATURED Sports World 

Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion

September 29, 2019September 29, 2019 Yeroo 0
Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k
Latest Sports 

Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k

August 30, 2019September 3, 2019 Yeroo 0

ColorMag Pro

Copyright © 2025 YEROO. All rights reserved.
Theme: ColorMag by ThemeGrill. Powered by WordPress.