Skip to content
Monday, May 12, 2025
Latest:
  • In Depth: Resolving OLA-Ethiopia conflict
  • OPINION: How can Citizens pursue Peace-building in Ethiopia?
  • Why Ethiopian Gospel Believers’ Churches Council Didn’t Work, and a Way Forward – Opinion
  • Yeroo-TV Oduu Afan Oromo
  • VIDEO: Oduu YerooTV Afaan Oromoo
YEROO

YEROO

  • ODUU
  • Oromia
  • Ethiopia
  • World
  • YerooTV
  • Politics
  • ARTS
  • Business
  • Opinion
  • Sports
  • About US

ODUU

Ethiopia ODUU 

Filannoon Marsaa 6ffaan marsaa lamaan akka adeemsifamu ibsame

June 11, 2021June 11, 2021 Yeroo 0 Comments

Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Birtukaan Miidhaksaa ibsa kennaniin Filannoon Marsaa 6ffaan sababa rakkoo maxxansaa,rakkoo nageenyaa fi rakkoo daataan marsaa

Read more
Latest ODUU Oromia 

Woraanni Eertiiriyaa tokkollee Oromiyaa keessa hin jiru-qondaaltota M/N/Oromiyaa

June 10, 2021June 10, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Waxabajjii 02/2013 ( Yeroo  ) Dubbiin woraanni Eertiiriyaa Naannoo Oromiyaa keessa sosocho’aa jira jechuun miidiyaaleen tokko tokko odeessaa jiran soba

Read more
Latest ODUU Oromia 

Kijiba Keelloo Miidiyaatiin gadduusaanii Hayyootni ibsaa jiru

June 2, 2021June 10, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa 25/2013 ( Yeroo ) – Miidiyaan Keelloo jechuun of waamu Wixata darbe dubbii sobaa “ Muummeen Ministiraa Dr Abiy

Read more
News ODUU World 

Seenaatar Jiim Inhoofee gara Ityoophiyaa dhufan

June 1, 2021June 1, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 ( Yeroo )-  Seenaatarri Ameerikaa beekamaan- Jiim Inhoofeen,namni qoqqobbii viizaa mootummaan Ameerikaa qondaaltota Itoophiyaa irra kaaye

Read more
Latest ODUU Oromia 

Jawaarfaan kana booda mana murtiitti akka hin dhiyaanne murteessuusaanii beeksisan.

May 28, 2021May 28, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa,18/2013 ( Yeroo ) :- Har’aa kaasee fedhii isaaniitiin mana murtiitti dhiyaachuu dhiisuuf murteessuusaanii  Jawaar Mahaammadiifi worreen galmee isaa jalatti

Read more
News ODUU Opinion 

Woraanni Eertiraa Itoophiyaa keessaa bahuu akka qabu Joo Baayiden akeekkachiisan

May 28, 2021May 28, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa 19/2013 ( Yeroo )- Preezidaantiin US Ameerikaa Joo Baayiden kaleessa galgala ibsa jabaa Mootummaa Itoophiyaa ilaallatu maqaa isaaniitiin White

Read more
ODUU World 

Gamtaan Awuroppaas qoqqobbii Ameerikaan Itoophiyaa irra keesse deeggaruu ni danda’a jedhame

May 27, 2021May 27, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee,Caamsaa 18/2013 ( Yeroo ) Komishinarri deeggarsa biyyoolessa Gamtaa Awuroppaa Juutaa Urpilaayin komishinara bulchiinsa gaaga’ama gamtichaa Jaaneez Leenaarchiich waliin ta’uun

Read more
Latest ODUU Oromia 

Qu’annaan Yeroo Wolfalmii Filannoo Cimaa Agarsiisa

May 25, 2021May 25, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinne (Yeroo) – Qorannoo xiqqaa midiyaan Yeroo magaala guddoo Iyoophiyaa Finfinneetti hojjate wolfalmii cimaa paartile morkitootaa fi paartii bulchu  gidduu

Read more
Latest ODUU Oromia Politics 

Godinaalee Wallaggaatti Galmeen filattootaa xumuramuun ibsame

May 23, 2021May 23, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (Yeroo ) – Sababa rakkoo nageenyaatiin booddeetti hafee kan eegalame galmeen filattootaa Godinaalee Wallaggaa Arfanitti gaggeeffamaa

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Murtiin Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Waxabajjii 14/2013 akka gaggeefamu ibsame

May 22, 2021May 22, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 ( Yeroo ) –  Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’ii idilee Fulbaana 19, 2013 gaggeesseen gaaffii

Read more
  • ← Previous
  • Next →

Sports

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd
FEATURED Latest Sports 

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd

September 26, 2021September 26, 2021 Yeroo 0

Oromia native Guye Adola won the 2021 Men’s Berlin Marathon for Ethiopia on Sunday. He finished the 42.195 kilometres (26.2

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase
ODUU Oromia Sports 

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase

February 13, 2021February 13, 2021 Yeroo 0
Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion
FEATURED Sports World 

Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion

September 29, 2019September 29, 2019 Yeroo 0
Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k
Latest Sports 

Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k

August 30, 2019September 3, 2019 Yeroo 0

ColorMag Pro

Copyright © 2025 YEROO. All rights reserved.
Theme: ColorMag by ThemeGrill. Powered by WordPress.