Skip to content
Friday, May 9, 2025
Latest:
  • In Depth: Resolving OLA-Ethiopia conflict
  • OPINION: How can Citizens pursue Peace-building in Ethiopia?
  • Why Ethiopian Gospel Believers’ Churches Council Didn’t Work, and a Way Forward – Opinion
  • Yeroo-TV Oduu Afan Oromo
  • VIDEO: Oduu YerooTV Afaan Oromoo
YEROO

YEROO

  • ODUU
  • Oromia
  • Ethiopia
  • World
  • YerooTV
  • Politics
  • ARTS
  • Business
  • Opinion
  • Sports
  • About US

ODUU

Ethiopia Latest ODUU 

MM Abiy Ahimad adda waraanaatti duulaan

November 24, 2021November 24, 2021 Yeroo 0 Comments

Ministirrri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad guyyaa Kibxatarraa kaasee adda waraanaatti bobba’uun, qaamaan Raayyaa Ittisa Biyyaa kan finciltoota waliin waraanaa jiru

Read more
Latest ODUU Oromia 

Labsii yeroo sochii daangessu mootummaan naannoo Oromiyaa labse

November 16, 2021November 16, 2021 Yeroo 0 Comments

Sadasaa 7: Yeroo Finfinnee Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala nageenyaa amma jiruun walqabatee ‘humna miidhaa geessisu to’achuuf’ labsii yeroo sochii daangessu

Read more
Latest ODUU World 

Hojjattooni UN 16 Itoophiyaatti Hidhamaan: UN

November 12, 2021November 12, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololleessa 29: Yeroo Finfinnee Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii hojjettoonni kiyya kudha jahaafi maatiin isaanii Finfinneetti hidhaman jechuun gaafa Kibxataa dubbatuun isaa

Read more
ODUU World 

Waraanni atattamaan akka dhaabatuu Manni Maree Nageeynaa UN

November 8, 2021November 8, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololeessa 26: Yeroo Finfinnee Waraana Tigiraay: Manni Maree Nageenyaa UN, Itoophiyaatti ‘waraanni atattamaan akka dhaabatu’ waamicha godhe Manni Maree Nageenyaa

Read more
Ethiopia ODUU 

Gabaasa qoraanoo “Haleellaa saalaa dabalatee sarbaama mirgaa namoomaa” ifaa bahee

November 4, 2021November 4, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololleessa 23: Yeroo Finfiinne Gabaasni Komiishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Waajjirri Mirgoota Namoomaa UN waliin ta’uun qorannoo taasisaniin yakki waraanaa

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Manni Maree Ministiroota Labsii Yeroo Arifachiisaa Labse

November 2, 2021November 2, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololeessa 22: Yeroo Finfinnee Manni Maree Ministiroota guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labseera. Uummanni humna Shoroorkessaa irraa bilisa akka of

Read more
Ethiopia Latest ODUU Politics 

MM Abiy waraana Kaaba Itoophiyaarratti ibsa akka kennan gaafataman

October 27, 2021October 27, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololleessa 17: Yeroo Finfinnee Ministirri Muummee Abiyi Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti dihiyaachuun dhimma waraana Kaaba Itoophiyaarratti ibsa akka

Read more
Latest ODUU Oromia Politics 

KFOn marii biyyaalessaaf haalduree ka’ee

October 27, 2021October 27, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololleessa 16: Yeroo Finfinnee Mootummaan Itoophiyaa yeroo dhihootti mariin biyyaalessaa ni taasifama jechuun ibseera. Kongaransiin Federaalawaa Oromoo (KFO)n ibsa baaseen

Read more
Latest ODUU World 

Hidhaa manaa MM Suudaan Abdallaa Hamdook

October 25, 2021October 25, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololleesa 15: Yeroo Finfinnee Sudaanitti yaaliin fonqolcha mootummaa gaggeeffamuun hin oolu gabaasaaleen jedhan bahaa jiru. Loltoonni hidhatan hedduun miseensota mootummaa

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Haleellaan qilleensaa Maqaleetti raawwatamee

October 21, 2021October 21, 2021 Yeroo 0 Comments

Onkololleesa 10: Yeroo Finfinne Haleellaan qilleensaa guyyaa Roobii ganama Magaalaa Maqaleetti raawwachuu gabaasaaleen mul’isan. Televijiniin Tigraay kan aarri magaalaa keessaa

Read more
  • ← Previous
  • Next →

Sports

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd
FEATURED Latest Sports 

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd

September 26, 2021September 26, 2021 Yeroo 0

Oromia native Guye Adola won the 2021 Men’s Berlin Marathon for Ethiopia on Sunday. He finished the 42.195 kilometres (26.2

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase
ODUU Oromia Sports 

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase

February 13, 2021February 13, 2021 Yeroo 0
Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion
FEATURED Sports World 

Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion

September 29, 2019September 29, 2019 Yeroo 0
Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k
Latest Sports 

Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k

August 30, 2019September 3, 2019 Yeroo 0

ColorMag Pro

Copyright © 2025 YEROO. All rights reserved.
Theme: ColorMag by ThemeGrill. Powered by WordPress.