Skip to content
Monday, June 2, 2025
Latest:
  • In Depth: Resolving OLA-Ethiopia conflict
  • OPINION: How can Citizens pursue Peace-building in Ethiopia?
  • Why Ethiopian Gospel Believers’ Churches Council Didn’t Work, and a Way Forward – Opinion
  • Yeroo-TV Oduu Afan Oromo
  • VIDEO: Oduu YerooTV Afaan Oromoo
YEROO

YEROO

  • ODUU
  • Oromia
  • Ethiopia
  • World
  • YerooTV
  • Politics
  • ARTS
  • Business
  • Opinion
  • Sports
  • About US

Ethiopia

Ethiopia Latest ODUU 

Hidhaatooni ABBUT midhaan gargaarsaa saaman

September 2, 2021September 2, 2021 Yeroo 0 Comments

Hagayya 25: Yerooo Finfinne Finciltoonni ABBUT torbanoota darban keessa man-kuusa midhaan nyaataa dhaabbata gargaarsaa US (USAID) saamuun isaanii ibsame. Itoophiyaatti

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Boordiin Filannoo Biyyoolessaa naannolee filannoo itti hin gaggeeffamneetti guyyaa sagalee keenaamu ibsee

August 24, 2021August 24, 2021 Yeroo 0 Comments

Hagayya 17: Yeroo Finfinnee Boordichi naannolee sagaleen itti hin keenaamnetti Fulbaanaa 20, 2014, akka gaggeeffamuuf murteessera. Naannoo Somaalee, Hararii fi

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Lolaa guyyaa kaleessaa Finfinneetti mudateen Lubbuun namoota darbuun himame

August 18, 2021August 18, 2021 Yeroo 0 Comments

Hagayya 12: Yeroo Fiinffine Kaleessa waaree booda Bokkaa cimaa Magaala Finfinneetti roobeen lagni Bakkanniisaa guutee dambali’uun mooraa Seminaarii Makaneyesuus seenuun

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Ajjeecha Weellisaa Haacaaluu Hundeessaatiin kan himatame Xilahun Yaamii hidhaa umrii guutuun adabame

August 4, 2021August 4, 2021 Yeroo 0 Comments

Adooleessa 27: Yeroo Finfinnee Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa dhaddachi Yakkaa Farra Shororkaa fi Dhimmoota Heeraa Lammaffaa himatamtoota sadeen;

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Naannoo Amaaraa fi Tigraay jiddutti lolli hammaachuun himame

July 15, 2021July 15, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee,Adoolessa 7/2013 ( Yeroo ) Raayyaan ittisa biyyaa magaalota Naannoo Tigraay gad-lakkisee bahuu hordofee humnasaa waan cimsate kan fakkaatu Humni

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Humni TPLF lammiilee ajjeesaa jiraachuun himame

July 12, 2021July 12, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee, Waxabajjii 30/2013 ( Yeroo ) Humni TPLF erga torbee darbe magaalota naannichaa deebisee qabatee kaasee namoota caasaa Bulchiinsa Yeroo

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Doktarri kabajaa Abbabech Goobanaa boqatan

July 4, 2021July 4, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee, Waxabajjii 27/2013 ( Yeroo ) Haati hiyyeessaa,haati ijoollee maatii hin qabnee ,mother Teresa of Africa jedhamuun kan beekaman Dr

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

“Woraanni Itoophiyaa naannicha lakkisee bahuun faayidaas miidhaas qaba”-dhalattoota Tigraay

July 1, 2021July 1, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee,Waxabajjii 23/2013 ( Yeroo ):- Woraanni biyyattii Naannoo Tigraay gad lakkisee bahuun isaa akkuma faayidaa qabu miidhaas qabaachuu dhalattoonni Naannoo

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Mootummaan Itoophiyaa Naannoo Tigraayitti dhukaasa dhaabuu labse

June 29, 2021June 29, 2021 Yeroo 0 Comments

 Finfinnee,Waxabajjii 21/2013 ( Yeroo ) Rakkoon nageenyaa Naannoo Tigraay keessa jiru furmaata argachuu mannaa yeroo gara yerootti caalaa hammaachaa dhufuun

Read more
Ethiopia Latest ODUU 

Manni Murtii Federaalaa Olaanaan Gamoowwan miseensota garee TPLF qaama walabaan akka bulan murtee dabarse

June 26, 2021June 26, 2021 Yeroo 0 Comments

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 ( Yeroo ) – Manni Murtii Federaala Olaanaan dhaddachi Ramadii 1ffaa Araadaa,dhaddacha Waxabajjii 16,17 fi 18

Read more
  • ← Previous
  • Next →

Sports

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd
FEATURED Latest Sports 

Guye Adola wins Berlin Marathon, Kenenisa 3rd

September 26, 2021September 26, 2021 Yeroo 0

Oromia native Guye Adola won the 2021 Men’s Berlin Marathon for Ethiopia on Sunday. He finished the 42.195 kilometres (26.2

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase
ODUU Oromia Sports 

Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ( KFO )n “Lubbuu Miseensotaafi Lammilee Keenyaa Miidhamuuf Mootummaan Itti Gaafatamummaa Fudhata” jechuun ibsa baase

February 13, 2021February 13, 2021 Yeroo 0
Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion
FEATURED Sports World 

Ethiopia’s Kenenisa wins Berlin Marathon in stunning fashion

September 29, 2019September 29, 2019 Yeroo 0
Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k
Latest Sports 

Tsehay Gemechu leads Ethiopian sweep at 10k

August 30, 2019September 3, 2019 Yeroo 0

ColorMag Pro

Copyright © 2025 YEROO. All rights reserved.
Theme: ColorMag by ThemeGrill. Powered by WordPress.