Boordiin Filannoo Biyyoolessaa naannolee filannoo itti hin gaggeeffamneetti guyyaa sagalee keenaamu ibsee

Hagayya 17: Yeroo Finfinnee

Boordichi naannolee sagaleen itti hin keenaamnetti Fulbaanaa 20, 2014, akka gaggeeffamuuf murteessera. Naannoo Somaalee, Hararii fi Kibbaatti sagaleen kan laatamuu ta’uu ibsuun, murtoon uummattoota Kibbaa Lixaa Ityoophiyaa guyyumaa walfakkatuu Fulbaanaa 20, 2014 kan gaggeeffamuu ta’a.

Naannoowwan filannoo itti hin gaggeeffamneetti adeemsa filannoo yeroo itti aanuu nageenyaa waliigala naannoolee kanneenii fi haala qabatama tilmamaa keessaa galchuun odeeffannoo baldhaa kan laatee yoo ta’u, boordiichi filannoo gaggeessuuf iddoowwan haala mijataa qaban adda baasee dhiyeesseera.

Maddi: Boordii Filannoo Biyyoolessaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *