New Yeroo Oromo Magazine edition on sale
Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota fuula(page) Barruu Yeroo, Nageenyi keenya iddoma jirtanitti isin yaa qaqqabu jechaa, Barruun Yeroo bu’aa bayii hedduu
Read moreKabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota fuula(page) Barruu Yeroo, Nageenyi keenya iddoma jirtanitti isin yaa qaqqabu jechaa, Barruun Yeroo bu’aa bayii hedduu
Read moreYeroo Magazine (Yeroo.org) Laggasaa Wagii ajjeefamuun dura MM Abiy ABO’f odeeffannoo kennuu dhaabichi mirkaneesse. Ministirri Muummee Abiy Ahimad waggoota 11
Read more(Yeroo.Org) In Pictures: Irreechaa Hora Finfinnee , an Oromo Ethiopian ThanksGiving day in 2019 (2012 EC)
Read morePaartilee Obboleewwanii afur ODP, ADP, ABUT fi Paartii Uummattootaa Kibbaa irraa kan hundeeffame paartiin ADWUI walitti baquun maqaa haaraa qabatee
Read moreFinfinnee, Fulbaana 17, 2012 (Yeroo) -Ayyaanni Irreechaa magaalaa Hawaasaatti kabajame. Ayyaanichi Haroo Fiqiritti kabajameera. Giddugala Aadaa Sidaamaa magaalaa Hawaasaattis marii
Read more(Yeroo – Fulbaana 11/2011)-Fiigichi Hora Finfinnee Yeroo jalqabaaf gaggeeffamun xumuramee jira.Fiigicha kanarratti namoonni kuma shantamaa oli kan hirmaatan yoo ta’u
Read moreIrreechi Hora Finfinnnee Fulbaana 24 bakkumasaa duriitti kabajama jedhame. Fulbaana 4;2012 (Yeroo) Ayyaana galateeffannaa kan ta’e Irreechi Fulbaana 24 bara
Read moreManni sirreessa Ma’ikalaawwii duranii daawwannaaf ifa ni ta’a jedhame. Guyyaa haqaa Qaam’ee 5 bara 2011 kan kabajamu sababeeffachuun manni sirreessa
Read moreGodina Baalee aanaa Madda Walaabuutti hambaan holqaa haaraa argame. Holqichi aanaa Madda Walaabuu ganda Liqimsaa Bokoree; iddoo addaa Haroo Wacaraa
Read moreDaawwannaa Hojiiif jila isaanii waliin gara Kooriyaa Kibba imalanii kan jiran Ministirri muummee Abiy, Loltoota lola Kooriyaan aarsaa ta’an yaadataniiru.
Read more