New Yeroo Oromo Magazine edition on sale

Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota fuula(page) Barruu Yeroo, Nageenyi keenya iddoma jirtanitti isin yaa qaqqabu jechaa, Barruun Yeroo bu’aa bayii hedduu booda milkaayinaan Oduu fi odeeffannoo hedduu ,dhimmoota barsiisoo fi bashannansiisoo, haala Siyaasaa biyya keenyaa fi kanneen biroo qabettee manxansa ishee jalqabaa isin biraan geessee jirti.


Maarree gaa isinis barruu Yeroo (Private and Independent 1st Afan Oromo Magazine) barruu ishee jalqabaa Afaan Oromootiin dhiyaatte tana bira dhaabbadhaa jajjabeessaa,dubbisaa aadaa dubbisuu keessanis gabbifadhaa isiniin jechaa Ofii keessanii fi hiriyoota keessaniifis bitaa dubbisaa,dubbisuun guutuu nama taasisa.
Kanneen deeggaruu barbaaddanis ,akkasumas Godinootaa fi Magaalota Oromiyaa Bakka bu’ummaan kanneen Barruu Yeroo tana raabsuu feetan nu qunnamaa . Yaadaa fi qeeqas taanaan nuu barreessaa.


Iddoon Barruu Yeroo itti argachuu dandeessan ammatti
Magaalaa Finfinnee fi
Magaalaa Adaamaa
Yeroo itti aanutti Magaalota hafanittis babbal’isuuf ni hojjanna, nu faana ta’aa.
Lakk Bilbilaa
+251944077127
Email: gelelat1@ gmail.com/
safitula@gmail.com
nu qunnamuu dandeessu.
Numatu wal jabeessa Nutu waliif gaachana.
Dubbisa Gaarii Isiniif Yaa Ta’u.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *