Irreechi Hora Finfinnnee Fulbaana 24 bakkumasaa duriitti kabajama jedhame.

Irreechi Hora Finfinnnee Fulbaana 24 bakkumasaa duriitti kabajama jedhame.

Fulbaana 4;2012 (Yeroo) Ayyaana galateeffannaa kan ta’e Irreechi Fulbaana 24 bara 2012 iddumasaa ganamaa, naannawa amma Filwuhaa jedhamutti haalli mijaa’eefii kan kabajamu ta’uun ibsame.
Kan Hora Horsadii ammoo gaafa 25 kabajama jedhameera. Kanaafis koreewwan adda addaa ijaaramanii hojjetamaa jiraachuu BATOn ibseera.
Irreechi ayyaana garaa qulqulluu, dhiifama, jaalalaafi araaraatiin ummata Oromootiin haala ilaalcha siyaasaafi amantiirraa bilisa ta’een uumamni qabatamee uumaan ittiin galateeffamuufi kabajamuudha.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *