Dawwannaa MM Abiy Ahimad Kooriyaa Kibbaa

Daawwannaa Hojiiif jila isaanii waliin gara Kooriyaa Kibba imalanii kan jiran Ministirri muummee Abiy, Loltoota lola Kooriyaan aarsaa ta’an yaadataniiru.

Bakka awwaala biyyaalessaa magaala Sewuulitti argamuttis habaaboo kaahaniiru.

Hawaasa Itoophiyaa achi jiru waliin kan mariyatan Abiy Ahimaad(PhD), bakka jiranii hunduu biyya isaanii ‘’afuura Ida’amuun’’ akka gargaaran gaafataniiru.

Jila Isaanii waliinis Inistitiiyuutii Saayinsii fi Teeknoolojii Kooriyaa Kibbaa daawwataniiru.

Gahee Insititiiyuutiin kun diinagdee kooriyaa utubuu keessatti baheerratti ibsi kennameeraaf jechuun waajirri Ministir Muummee gabaaseera

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *