Magaalaawaan Kombolchaa fi Dassee dabalatte to’aanno mootummaa jala galan

Sadaasa 27: Yeroo Finfinnee

Magaalaan Kombolchaa, Dasee, Baatii Garbaa, Qarsaa fi Dagaan harkaa mootummaa Itoophiyaa jala galu isaanni Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.

Adda waraanaa Harbuun ammoo aanaan Qaalluu guutumaa guutuutti humnoota waloo nageenyaa to’atamuu ibseera.

Humni waloo nageenyaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu oppireeshinii mooggassa “duula tokkummaa sabdaneessaa” gaggeesseen ABBUT fi hidhaatooni hedduu isaanii booji’aa jiraachuu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.FBc

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *