MM Abiy Ahiimad Hidhaatootni ABBUT akka harkaa nagaan keenaan gaafatan

Amajji 21: Yeroo Finfiinne

Miniistarii muumme Abiy hidhaatooni ABBUT fi deegartootni isaanni kara naagaa ta’een harkaa akka keenanii fi luubu isaani akkaa oolchaan waamichaa dhiyeesaan.  Kana kan jedhan tamsaasa TV biyyaaleesaa irratti dhiiyaatanni haassa godhaaniin. Haassa issaanittin “karoora diinaa baleesinuun qopheesinee jiraa, diinii injiifatama jira jedhaan”

Miniistarii muumme Abiy ergaa kana kan daabarsaan hiidhatooni ABBUT lafa hin beeknetti du’aa waan jiraniif safisaan akkaa harkaa humnoota mootummaaf akkaa keennan gaafataan. Daargaagoon Tigraay waarrannaa kaayyoo hin qabnee kana keessatii akkaa hin duune hubachuu akkaa qabanii fi waarranichiis akkaa dhumatee jiru akkaa hubataan beeksiisan.

Amma yeroon kan gara fuulduraa deemuutii kan jedhaan dooktor Abiiy, hoogansii raayaa biyaaleessa qophiidhaa jedhaan. Waaranna kanas yeroo fi wareegama xiiqaan akkaa xumuraan waadda galaniruu.

Nuutii tookkumaa biiyyaleessa, naagga fi guudiinaa baarbadnaa, gara waarrana kanas kan gale dirqaamnetti injiiffanoonis hin oolu jeedhaan Miinistarii muummee Abiiy Ahimaad. Ebc/as

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *