Raayyaan Ittissa biyya Laallibalaa to’aate

Amajji 23: Yeroo Finfiinne

Magaalaan Laallibalaa Raayyaa Ittisaa fi Qaamoleen nageenyaa biroottin harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.

Dawoo ABBUT kan turte Gaashanaa kan cabse Raayyaan Ittisaa biyya buufata Xiyyaaraa Idil addunyaa Laallibalaa to’annoo jala oolcherra.

Raayyaa Ittisaa Biyyaa fi qaamoleen nageenyaa biroo Laastaa Laallibalaa bilisoomsuu issanii magaalaa Saqoxaa to’achuuf imala isaanii itti fufuu Tajaajilli Kominishinii Mootummaa ibseera.fbc

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *