Itoophiyaatti qormaatni naannoo kutaa 8ffaa kennamuu eegale

Itoophiyaatti qormaatni naannoo kutaa 8ffaa kennamuu eegale 

Finfinnee (Yeroo),Sadaasa 25/2013:

Qormaatni kutaa 8ffaa woggaa darbe sababa weerara COVID-19n hin kennamin hafe guyyaa kaleessaa magaala Finfinneetti kennamuu eegalee jira.

Haaluma wali-fakkaatuun Naannoleen hafanis qormaaticha kennuuf guyyaa kan murteessan yoota’u,Naannoo Gambeellaatti Sadaasa 6-8,Naannoo Kibbaatti Sadaasa 7-9tti akkanumallee Naannoo Harariitti Sadaasa 7-9tti qormaaticha kennuuf karoorfamuus odeeffannee jirra.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *