Naannoo 11ffaa Itoophiyaa

Fuulbaana 29: Yeroo Finfinnee

Filanoo murtoo uumaata kibbaa lixa Itoophiyaa naannooti hundeefamuuf godhamee sagalee caalmaan argatee. Ibsaa boordiin filanoo biyyalessa Itoophiyaa dhihaana kana keeneen goodinaleen shaan fi aannan aadaa 1 naannoo ta’uun akkaa huundeefamaan sagaleen caalman argamuun isaa beksiisee jira. Godinna Ommoo lixa, Beenchi shekoo, Kaffaa, Dawuroo, shako fi aanna addaa kontaa naannoo hundeesuf kan murteessan ta’uu isaa boordin filanno biyyaalessa hardhaa ifoomseera.

Sagalee keenu fulbaana 20 gaagefaamen lamiilee miliyoona 1,344,622 sagalee kennan keessa miiliyonii 1,262,679 yookiin dhibaantaan 93.9 naannoo ta’aani hunda’uu filateera. Laamileen kumma 24 naannoo kibbaa jalati turu filataniruu.

Maddii: ENA

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *