Qondaaltota woraanaa 76 irratti ajajni hidhaa bahe

Finfinnee (Yeroo) Sadaasa ,09 /2013 

Qondaaltota woraanaa yeroo ammaa hojiirra jiraniifi sorama bahan kanneen gara Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraayitti goruun yakka ganiinsa biyyaa raawwatan jedhaman 76 irratti ajaja bakka argamanitti haaqabaman jedhu baasuusaa Poolisii Federaalaa beeksise.

Jeneraalonni,qondaaltotni woraanaa olaanooniifi geggeesitootni woraanaa sadarkaa gadaanurra jiran worreen  ajajni bakka argamanitti qabamanii akka toowatamaniif ajajni mana murtii irratti bahe keessatti argamu.

Qondaaltoa woraanaa 76n ajajni mana murtii isaan irratti bahe keessaas kanneen armaan gadii isaan ijoodha jedhamee jira:-

1,Meejar generaal Maashoo Bayyanaa

2,Meejar generaal Mahaammad Ayishaa 

3,Meejar generaal Muluu Girmaay 

4, Meejar generaal Halafoom Ijjiguu 

5,Brigaader generaal Fitiwwii Tsaggaayee 

6,Birgaader generaal Giday Hayiluu 

7,Birgaader generaal Nagaash Daanyewu 

8,Birgaader generaal Maabiraatuu W/aragaay 

9,Birgaader generaal Wolda Giyoorgis fi

10,Birgaader generaal Abdiisaa Filaansaa muraasa isaaniiti.

Yeroo Miidiyaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *