Vaayrasiin Iboolaan waal fakkaatu Giinii keessatti argame

Hagayya 3, Yeroo Finfinnee

Vaayrasiin Iboolaan waal fakkatu kun Marburg jedhamuun akkaa waamamu hogantonii fayyaa Giinii beksiisaaniruu. Vaayirasiichii namaratti argamuu isaas ogessooti fayyaa ibsaanii jiru.

Vaayirasiin marburg gosa vaayirasii dhibee Iboolaa nama qabsiisuu yoo tau bayee hamaadhaa jedhameera. 

Vaayirasiin simbira halkanii biqiltoota soorattaan irraa kan nama qabate akkaa taee ogessoonii fayyaa himaaniruu. Vaayirasiin Marburg Dhangalaaa qaama nama keesssaa bahuun nama irraa gara namatti dadarbudhaa. Nama dhigsuu fi hoiina qama gar maleen duaaf nama saaxila.

Laboraatooriwwan giinii adda addaa keessatti qoraanno godhameen vaayirasiichi Marburg tauun isaa mirkanaee jiraa.

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa vaayirasiichii osoo hin tatamsaiin toaatamuu qaba jedheera. Biyyattiin namoota nama sababa vaayirasii marburg kanan due kana waal tuttuqaa qaban adda baasuuf barbaacha eegaltertii.

Kanaan duraas vaayirasiin Marburg barra 1967 irra eegale yeroo 12 kauun issa ni yaadatamaa.giiniin vaayirasiin kun jirachuu isaa kan ibsiitee vaayiraqsii Iboolaa jiaa laammaa duraa toaana ishee jalaa oolchiteen booda.

Maddi Reuters fi WHO.org

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *