Hoggantuun dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa USAID Samaantaa Paawor Hardhaa Fiinfinee nii galu Jedhamee egaama
****
Adooleessaa 27: Yeroo Finfinnee
****
Samaantaa Paawor tuurtii isaani Itiyoophiyaatis waa’ee gaga’aa beelaa naannoo Tigraay keessatti argaamuf
mootummaan deegarsii namoomaa hin murta’iin akkaa eyaamuuf dhiibbaa gochuun kaayyo imaalaa isaani
akkaa ta’ee himaame jiraa. Samaantaa Paawor tuurtii guyyaa shaani Itoophiyaa fi Suudanitti akka goodhan
dhaabatichii beksiisee jiraa.
Mootumaan Itoophiyaa deegarsaa naamumaatiif daandii Lixaa Tigraayiin hin banaamu jedhee dhorkuu
isaattin dhaabileen idiil aduuynaa dhiibaa iraatii gessiisaa akkaa jiraan aanga’ooni mootummaa federala
himanii jiruu. Deegarsaa namoomaa garaa naannoo Tigraay gesuuf daandiin Jibuutidhaa garaa biiyyatti
galchuu ffii eeyaama mootuumma federalaatiin buufataa xiyaaraa idiil aduuynaa boolee itti fayadamuu
eyaamuu issaa beksiisee turee. Imaala Saamanta paawor Itoophiyaati taasiisaaniin waal qabatee
middiyaale hawassaa irratti namoonii mormii isaani ibsaa jiru.
Hidhaatonii ABUT dhukaasaa dhabuun waaligaltee irra gahuuf Adooleessa 20tti qabxiilee 8 ka’aan irrati
hunda’uun akkaa kabajammu haal duree dhihesaani jiruu. Motuumaan fedeeralaa gamma issattin maariin
kamiyuu hidhatoota ABUT waaliin akkaa hin tassifamnee ijaanoo issaa beksiisee jiraa.
Haluumaa waal faakatuun dhaababata mootummoota gamtoomaniitti hogganaan dhimmoota
namoomaa fi qindeessaa deegrarsa yeroo balaa Maartiin Giriifiitis guyyoota jahaaf biyiitii dawachuu
jirachuu issaani ibsaani jiruu.