Nama iddoo geggeesitoonni TPLF jiran ereef birrii miliyoona 10 nan badhaasa-Raayyaa ittisa biyyaa

Nama iddoo geggeesitoonni TPLF jiran ereef birrii miliyoona 10 nan badhaasa-Raayyaa ittisa biyyaa

Finfinnee (Yeroo)Muddee,9/2013

Raayyaan ittisa biyyaa nama iddoo geggeesitoonni TPLF itti argaman eereef badhaasa birrii miliyoona 10 qopheessuu isaa itti gaafatamaan qajeelcha odeeffannoo raayyichaa L/Generaal Asraat Deneeroo beeksisaniiru.

Kunis geggeesitoota kanneen yerooo gabaabaa keessatti toowannaa jala oolchuuf ni gargaara jedhadhiiru-L/Generaal Asraat.

Haaluma kanaanis,namni iddoo jarri kun itti argaman quba qabu eeruusaa miseensa raayyaa ittisa biyyaa naannoo isaatti argamuuf kennuu ykn karaa toora bilbila 0111248573n eeruu akka danda’us itti gaafatamtichi hubachiisaniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *