Jawaar gahee Amerikaan Nayil irraa qabdu ilaalchisee maal jedhee ture?

“Abiyyi Ameerikaa gara araara biyyoota Afrikaa ilaallatuutti fiduunsaa dogoggora seenaa hojjate, Gibxi fedhii Ameerikaan biyyota baha giddugalaa, galoo suyizii fi Siyaasa Filisxeemii fi Israael irraa qabduuf baay’ee barbachifti. Kanaaf Ameerikaan yeroo hunda Gibxi deeggrti.”

Keessumattuu paartiin Riipaablikaa Doonald Tiraampiin durfamu partii diimookraatawaa Joon Baydiniitiin durfamu irra caalaa Israa’eliif deggara. 

Fedhii Israa’el Filixeemi irra qabdu mijeessuudhaaf, deeggarsa Liigii Arabaa (AL) irra aegachuudhaaf Traamp deeggarsa Gibxii baay’ee barbaada. Kanaafuu,  Traamp wanta Kaayroon barbaaddee fi dubbatte hunda gochuudhaaf dubbachuunsaa nama hin ajaaibsiisu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *