Kabajamtoota dubbistoota Yeroo: BILISUMMA BERAKO…

Kabajamtoota dubbistoota Yeroo

Maanaajera barruu fi miidiyaa hàaraa YEROO obboo Bilisummaa Barraaqoo baga nagaan dhuftan jedhaan. 

Bilisummaan tooftaa haaraadhaan oduu, barruu fi maxxansaalee Yeroo qilleensarra oolaniif jalqaba gaarii kennaaf jennee amanna. 

Bulchiinsa isaa jalatti, Yeroon miidiyaa bilisa ta’ee, aadaa fi duudha Oromoo sirna Gadaa irratti hunda’ef guddinna sirna kanaatifis gumaacha gudda kenna jennee abdii qabna.

___________________________________________

Dear Yeroo readers:

Please welcome the new Managing-Publisher of Yeroo newspaper Bilisuma Berako.

He will give Yeroo a fresh re-start of its print and online news media.

Under his leadership, we hope Yeroo media will be successful in promoting independent media, developing Oromo culture and empowering Gadaa Democratic politics in our society.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *