Herreegni baankii Tigraayitti baname kamuu akka hin sochoone dhoorkame

Herreegni baankii Tigraayitti baname kamuu akka hin sochoone dhoorkame.

Finfinnee (Yeroo) Sadaasa 13/2013 

Herreegni baankii Naannoo Tigraayitti baname kamuu yeroodhaaf akka hin sochoone dhoorkamuusaa Baankiin Biyyaalessaa beeksisee jira.

Odeeffannoon baankii biyyaalessaa irraa arganne akka mul’isutti yoota’e namootni dhuunfaas ta’ee dhaabbileen mallaqa baankii naannichatti argamu kamiiyyuu irraa baasuu hin danda’an.

Mallaqni woyita nageenyi naannichaa gar-malee hammaate kanatti manneen baankiitii bayu gochaa hin malleef ooluun nageenya naannichaa dabalatee nageenya biyyattiis booressuu ooluu ni mala kan jedhu sababaa akka ta’es Yeroon odeeffattee jirti.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *