Milishootniifi miseensotni humna addaa harkasaanii kennachaa jiru

Milishootniifi miseensotni humna addaa harkasaanii kennachaa jiru.

Finfinnee (Yeroo Media) – Sadaasaa 24, 2020

Yeroo dabalataa sa’aatii 72 mootummaan kennetti fayyadamuudhaan milishootniifi miseensotni humna humna addaa Naannoo Tigraay hedduun harkasaanii Raayyaa Ittisa biyyaatti kennachaa jiraachuusaanii qulqulleessi odeeffannoo labsii yeroo muddamaa beeksisee jira.

Hedduun isaanii karaa Naannoo Afaariifi karaa bakka Maay Tsabirii jedhamuun galuun harka kennachuusaaniis qulqulleessi odeeffannoo kun hubachiisee jira.

Mootummaanis milishootaafi miseensota humna addaa waamicha isaaniif taasifame fudhachuudhaan harkasaanii kennachuurratti argaman kanneen galateeffatee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *